Gooftaa Koo Simalee歌词由Amantii Kumarraa演唱,出自专辑《Ati Jajannaa Kooti》,下面是《Gooftaa Koo Simalee》完整版歌词!
Gooftaa Koo Simalee歌词完整版
Gooftaa koo simalee waa gochuu hin danda'uu
Barbaadeen dhabee waan naaf ta'u
Ol baase gad buusee yaadakoo
Himees hamman deemu
Dadhabbii du'a irraa kan hafee
Maaliree bu'aan koo
Gooftaa koo simalee waa gochuu hin danda'uu
Barbaadeen dhabee waan naaf ta'u
Ol baase gad buusee yaadakoo
Himees hamman deemu
Dadhabbii du'a irraa kan hafee
Maaliree bu'aan koo
Dadhabbiin kan guutee deemsi inni sin alaa
Badhaadhumma horachuuf fiiganii
Guddinni kan fooniif inni kan hafuuraa
Yoo si wajjiin walii galanii
Dadhabbii dheeresse umurii gabaabsa
Akkasumaan qilleensa haa botuu
Olaantummaan kan keeti
An walii galeera
Siin ala jireenyi hiika hin godhatu
Foonni dadhabaadha kan ofii isaa malee
Kan biraa danda'ee hin hubatuu
Yaada isa kan keetii kaayyoo bara baraa
Eeggachuuf yeroo namaa hin laatu
Foonni koo na dursee
Yaada kee akka hin ganneef
Si wajjiinan walii gala
Isa kan koo miti isa ati jettetu
Galma yaada keetiin na ga'a
Dadhabbiin maaf dhuma barrikoo
Utuu ati jirtu qoodikoo
Si wajjin an waliigaleera
Isa ati jettutu naaf ta'a
Dadhabbiin maaf dhuma barrikoo
Utuu ati jirtu qoodikoo
Si wajjin an waliigaleera
Isa ati jettutu naaf ta'a